Psalms 85:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi hormaata nu kenna, lafti teennaleeni sagale guddo baafti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan mishaa arjooma; ardiin teenna daraaraa ufii kenniti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan dansaa hin kenna; latti teennalle midhaan hin baatti.