Psalms 85:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'uguma baafami isaa nama isaa sodaatu iraa fago injiru, akasiini guddinni isaa lafa teenna keesaa imbahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ulfinni isaa ardii teenna irra jiraatu; fayyisuun isaa dhugamaan worra isa sodaatanitti dhiyo'o.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinni isaa lafa teenna keessa akka jiraatu, dhugumaan fayyisiisi isaa worra isa sodaatuuf dhikoo jira.