Psalms 86:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, na ch'aqasi na jala owaad'i; anini hiyyeesa laafa qarqaarsa womatu inqamne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! gurra kee gara kiyya qabi; naa dhagayi; ani hiyyeessaa fi rakkataa waan ta'eef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani hiyyeessa rakkataa waan te'eef, gurra keeti gara kiyya deebifadhuutii, naa dhage'i.