Psalms 86:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, kara kanke na garsiisi, duuba anini jabaad'e d'uga tante gula deema; aka anini garaa tokooni si hojad'u herega kiyya ch'ufa qajeelchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! karaa kee na barsiisi; dhugaa keetiin deemaa; akka maqaa kee sodaadhu onnee hin qoqqoodamne naa kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani dhugaa teetiin akka deemuuf, karaa keeti na barsiisi; Akka ani maqaa keeti sodaadhuuf, nama gadhaa tokkochaa na godhi.