Psalms 86:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa kiyya, anini garaa kiyya ch'ufaani si faarse, haga jiru jireenna maqa kanke guddisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa'a! Waaqa kiyya! onnema kiyya guutu'uun si galatoonfadha; maqaa keellee baraa haga bara baraa kabajja.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, ani gadhaa tokkochaan si galateeffadha; maqaa keetiifille haga bara baraa ulfinna hin keenna.