Psalms 86:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti tante, akami guddo! Atini boola duale ya keesaa na baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalli ati natti mudhifte waan guddoo taateef; lubbuu tiyya gad fageenna asaabaa keessaa baafte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli keeti ka bara baraa ka ati naaf qaddu gudda'a; ati lubbuu tiyya qilee addee worri du'e jiru irraa hamburteerta.