Psalms 86:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, nami kiyyibaani na had'uu jira, nami naasu inqamne, ka waan kanke iyyaale, na ijeesuu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhana! worri uf tuulu natti ka'aniiran; gumiin worra dhiba'aa lubbuu tiyya barbaadan; sillee womattuu hin laakkofne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Waaqa, worri bondhooru na irratti ka'eera; goliin worra gadhaa jabaatuu, lubbuu tiyya balleessiisaaf barbaadan; isaan woyittuu si hin laakkowanu.