Psalms 86:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini Waaqa kiyya, naa nahi anini guyya ch'ufa siuma kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Gooftaa! garaa naa laafi; guyyaa guutuu waan gara kee iyyuuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani guyyaa guutuu gara keeti waan iyyuuf, ee Mootii Waan Maraa, na marari.