Psalms 86:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nuu dansa, ch'ubbule nu araaramta. Ammalle nama si kad'atu ch'ufa jaalala tante ta ind'umanne garsiifta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Gooftaa'a! ati arja'aa fi ka namaa dhiiftu; worra si waamu maraafuu jaalalli kee daangaa hin qabu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati dansa'a; namaafille hin araaranta; worra si waammatuuf, jaalala keeti ka bara baraa hin baceessita.