Psalms 86:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, kad'acha tiyya naa d'agayi, qarqaarsa anini tae kad'ad'u ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! faatee kiyya caqasi; iyya kadhaa kiyyaa naa dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, daadimata kiyya dhage'i; iyya gaaffii tiyyaa caqasi.