Psalms 86:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan atini kad'acha tiyya d'ageetuufi anini hojja gaargala si yaamad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati waan naa deebiftuuf; guyyaa rakkadhe si waamadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan deebii naa kennituuf, ani guyyaa rakkinna kiyyaa si waammadha.