Psalms 87:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi maqa gosa ch'ufa t'aafe, worra suni ch'ufaani worra Yerusalemu jed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi yoo banii ufii galmeessu; «Namni kun achitti dhalate» jedhee barreessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa yennaa gosa biyya adda addaa galmeessu, «Worri kun achitti dhalatane» jedhee hin barreessa.