Psalms 87:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri sirbe, faaru d'aate waan jed'u; eebiti teenna ch'ufti Sioni keesaa baati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri faarsan; worri meeshaa taphatan; «Burqaan maruu si keessatti argama» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri faarsuu fi worri sirbu, «Maddi keenna martinuu Xiyoon keessa jira» hin jedhan.