Psalms 88:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa qarqaarsa kiyya, anini guyya ch'ufa si yaamad'e, halkani ch'ufa si dura d'ufe si kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! Waaqa fayyisaa kiyya taate! halkanii fi guyyaa si afo'otti iyya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa Waaqa fayyinna kiyyaa, ani fuula keeti duratti halkanii fi guyyaa gara keeti iyya.