Psalms 88:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini si yaamad'a, na qarqaari! Diirama ch'ufa si kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ani ammo akka na gargaartuuf gara kee iyya; ganamaan ka'ee faateffadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani ammoo, qarqaarsa dhaggatiisaaf gara keeti iyya; ganama ganamaan daadimati kiyya si dura dhikaata.