Psalms 88:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma gaafa ijoolluma tiyyaati asi anini gaargale, lubbuuni qadadani na bira ejite; gaargali atini na gaargalchite ya nati ulfaate ufi na jibbaachise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani ijoollummaa kiyya irraa jalqabee; rakkata'aa fi ka du'uu gaye ture; balaan kee na leelalche; faallaa natti ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani dargaggummaa tiyya irraa jalqabee, farree du'a geyeera; bararassiisa keeti irraa ka ka'e waan godhu wollaaleera.