Psalms 88:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini yayu jaalani tiyya na biraa fuute, worra na jibbisifte. Anini ya haada seene, dandae imbaqad'u;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hiriyyoota kiyya ka natti dhiyaatan na irraa fageessite; akka isaan na ceem'an goote; marfameera; bayuu hin danda'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Firooti kiyya akka na irraa fagaatanu gooteerta; akka isaan na diqatanu gooteerta; akka ani miliquu hin dandeenne, balbalti natti cufanteerti.