Psalms 88:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gaargali ya nara dabre, lafale argu na d'owe. Ee AABBO Waaqa, anini guyya ch'ufa si yaamad'e, harka si dura qabad'e si kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ijji tiyya gaddaan dadhabde; Yaa Rabbi! hennaa maraa si waamadha; harka kiyyallee gara kee ol kaase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilti tiyya gaddaan caararrootteerti; ee Mootii Waan Maraa, guyyuma guyya'aan ani si waammadha; harka kiyyalle gara keeti diriirsa.