Psalms 89:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini hojja ch'ufa jaalala tante ta ind'umanne faarse, d'uga tante haga jiru jireenna odeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! waan jaalala kee ka bara baraatiif hennaa maraa faarfadha; amanamummaa kee dhalootaa haga dhalootaa afaan kiyyaan hima.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani marroo jaalala keeti ka bara baraa, yennaa mara hin faarfadha; addatamummaa teeti dhaloota maraaf, afaan kiyyaan hin lallaba.