Psalms 89:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gubbafi laftileeni teeti, lafafi waan keesa jira ch'ufa siumati uume.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Samiiwwan keeti; ardiinillee teeti; adunya'aa fi waan isii keessa jiru maraa situ hundeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ol-gubbaan teeti; lattille teeti; biyya lafaatii fi waan isii keessaa mara ka dade si'i.