Psalms 89:23 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nyaapa isaa balleese, nama isa jibbule ijeesa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nyaapholee isaa isa afo'otti isaan butucha; diintota isaallee hin adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani nyaaphota isaa fuula isaa duratti hin butucha; worra isa jibbulle gad dhowa.