Psalms 89:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan nani jed'u, Atini abba kiyyafi Waaqa kiyya, siida kiyyafi qarqaarsa kiyya.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, ‹Ati abbaa kiyya; Waaqa kiyyaa fi goda ittiin oolu› jedhee na waama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, ‹Ati abbaa kiyya, Waaqa kiyya, rassaa fayyinna kiyyaa ti› naan hin jedha.