Psalms 89:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ilma kiyya ka angafa, hayyu hayyu ch'ufa ira jiru, isa tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee hangafa isa taasisa; mootota ardii irraa caalaa ol jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille ilma kiyya angafa, ka mootota biyya lafa mara caalu isa hin godha.