Psalms 89:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan isaati kakhad'e ch'ufa guute, wold'aqisi anini isa woliini tolfad'e haga jiru jireenna imbadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalala kiyya baraa haga bara baraa eegaaf; waadaan isa woliin gale jabaatee jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani haga bara baraa isa jaaladha; gondooroon ani isa woliin godhelle ijjumaa hin diigantu.