Psalms 89:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barch'umaani hayyuma haguma jiru worra isaa keesa imbahu, nami inni d'ale haguma jiru jireenna hayyu taha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaa isaa baraa haga bara baraa; teessoo isaa haga umurii samiiwwaniititti jabeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin isaa haga bara baraa, barcumaan mootummaa isaalle akka ol-gubba'aa jabaatee akka dhaabbatu hin godha.