Psalms 89:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo yo nami d'aloota isaa seera kiyya ch'abse, aada tiyya gula deemu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ijoolleen isaa yoo seera kiyya dhiisan; yoo ajaja kiyya hin eenne;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ijoolleen isaa ammoo seera kiyya yoo diidde, akka ajaja kiyyaatitti yoo deemuu dhadde,