Psalms 89:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini maro ch'ubbu worraatifi worra uleeni d'aane, maro wollaala isaanitifi worra lichooni gaargalcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
cubbuu isaaniitiif ule'een; yakka isaaniitiif shabbeenaan isaan adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani cubbuu isaaniitiif ule'een isaan adaba; yakkaa isaaniitiif isaan hin dhaana.