Psalms 89:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aloota isaa haga jirani lafa keesa ind'abani, haga aduuni gubba jirtu anini hayyuma isaa jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Fiixaan isaa baraa haga bara baraa; teessoon isaallee na afo'otti akka adu'uu jabaatee jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sanyiin isaa haga bara baraa, barcumaan mootummaa isaalle akka adu'uu fuula kiyya dura hin jiraata.