Psalms 89:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyumti isaa sunini, akuma jia haga jiru jireenna teeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka ji'a ragaa amanamtuu taatee samii jiraattuutitti; baraa haga bara baraa hundeeffama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootummaan Daawitii, akka ji'a dhugaa bayaa addatamaa gubba'aa, haga bara baraa jabaattee hin dhaabbatti» jette.