Psalms 89:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'aloota kanke keesa hojja ch'ufa nama hayyu tahu ind'abani. Anini hayyuma d'aloota keeti haga jiru jireenna jabeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Fiixaa kee baraa haga bara baraa dhaaba; teessoo keellee dhalootaa haga dhalootaatitti dhaaba.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
‹Sanyii teeti haga bara baraa hin jabeessa; barcumaa mootummaa teetii dhalootaa haga dhalootaatitti hin dhaaba› jedhee kakadheera» jetteerta.