Psalms 89:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami d'aatu bahu ch'ufti miha isaa saame, ollani isaa ch'ufti isaa goyeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhufa'aa lufaa maratu isa saame; ka ollaan itti baldu ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri achiin dabaru marti isa saamane; inni murgoo olloota ifii te'e.