Psalms 89:45 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini ato ingahiinu isaa jaarsite, aka male isa ch'eersite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara ka'imummaa isaa hin gabaabsite; salphinna itti uwwifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara dargaggummaa isaa itti gabaassitee, qaanii itti uffitte.