Psalms 89:46 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini haga jiru jireenna d'okhatta? Dallansuuni tante haga yoomi aka ibida bobau lakifti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! kun haga yoomii ta'a? baraa haga bara baraa uf dhossitaa? dheekkamsi kee haga yoomii akka ibiddaa bobaya?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, tun haga yoomii teeti? Ati haga bara baraa ifi dhoffattaa ree? Haga yoomii mufiin teeti akka ibiddaa bobeetti ree?