Psalms 89:47 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka guyyaani kiyya gabaaba qaabad'u! Aka nami jiru jireenna inteenne qaabad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Barri kiyya hagam akka gabaabduu taate yaadi; ilmaan namaa duwwama akkanumaan isaan uumtee!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barri jiruu tiyyaa attam attam gabaabaa akka te'e yaadadhu; ati ilmaan namaa waan bu'aa hin qanneef daddee ree?