Psalms 89:48 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami haga jiru indoone injira? Eenuti dandae awaala dura ufi baasa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni uduu hin duune jireenna jiraatu jiraa? eentu awwaala jalaa uf oolchuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami ijjumaa hin du'in le'uu dande'u eennu? Awwaala jalaa ka miliquu dande'u eennu?