Psalms 89:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka ana hojattu tante arabsani, anini miid'a worra Waaqa imbeenne suni ch'ufa obse, qaabad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaa'a! garbicha kee hagam akka itti baldan; mudaa namoota hedduu akka baadhadhe yaadadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Gootta'a, ana tajaajilaa keetitti attam attam akka isaan murgane, ani arraba gosa biyya adda addaa mara attam attam akka ossadhe qaabadhu.