Psalms 89:51 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, nyaapi kanke hayyu atini fohate muude miid'u jira, fulla inni deemu ch'ufa isa arabsani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! nama diintonni kee itti baldan; deemsa nama ati muuddetti akkaataa isaan itti tuffatan yaadi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, diinoti keeti ka ati muuddee mootii goote salphisan; lafa inni dhaqu maratti itti murgan.