Psalms 89:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa haga jiru jireenna ha faarsani, Amini! Amini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baraa haga bara baraa Rabbiin galanni haa gayu! Amiin! Amiin!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa haga bara baraa leellifamu! Ameen! Ameen!