Psalms 89:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gubbaa jiru, ka aka kanke jiru injira? Worri gubbaa, nami si gahu, tokoleeni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ol gubbaa sami'iititti; eentu Rabbiin wol qixxaayuu danda'a? uumama samiiwwanii jiddu'uu eentu Rabbiin fakkaata?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ol-gubbaa keessatti ka Mootii Waan Maraatiin wol qixxawu eennu? Ergantoota Waaqaa ta ol-gubba'aa keessaa ka akka Mootii Waan Maraa jiru eennu?