Psalms 89:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woldeenna worra qulqullo keesati si ulfeesani, worri suni ch'ufti si sodaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi ka gumii woyyootaa jiddu'utti sodaatamu; waan naannaya isaa jiru maraa caalaa guddisee kabajjama'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yaa'ii woyyittii keessatti Mootiin Waan Maraa guddoo ka sodaatame; worra adaala isaa jiru mara caalaa sodaachisa'a.