Psalms 9:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, ka Sioni keesa barch'uma isaa ka hayyuma gubba tau, faarsa! Waan inni tolchele gosa ch'ufati hima!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii Tsiyooniin irra jiraatuuf, faaruu galataa dhiyeessaa'a! banii keessatti hujii isaa himaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa ka Xiyoon keessa te'ee bulchuuf, faaruu leellisaa faarsa'a. Waan inni godhe mara gosa biyya adda addaa oddu'utti odeessa'a.