Psalms 9:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi nama gaargala keesa jiru ch'ufa inqaabata; inni boha isaani inded'u, inni nama worra dabsule haalo fuud'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dhiiga baasu waan isaan yaadateef; iyya worra gad qabamanii hin irraanfanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhiiga dhangala'eef haluu hin baya; iyya worra cunqurfameelle hin dedhu.