Psalms 9:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka anini worra Yerusalemu dura eje, waan anini siini faarsu ch'ufa iti himu. Anini waan atini na baafteefi guddo gammada.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ati kana naa goote, Tsiyoonitti galata kee labsa; waan ati na fayyifteef hin gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani karra qachaa Xiyoonii keessatti waan ittiin si leellisu mara isaanitti hin hima. Ati waan na fayyitteef, gammadaan firinxiixa.