Psalms 9:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ipata guyya ch'ufa dandaani inded'ani, wonti hiyyeesi heregatuleeni haga jiru jireenna duraa imbadu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri rakkatan hennaa maraa irraanfatamanii hin hafan; abdiin hiyyeeyyi'ii baraa haga bara baraa badee hin hafu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri rakkataan ammoo yoomille hin dedhamanu; addiin worra hiyyeeyyi'iille haga bara baraa baddee hin hattu.