Psalms 9:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, worra rifachiisi, worri namuma, woma keesa injiru, ka akasi ufi beekhuti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! naasuu isaanitti fidi; baniin nama ta'uu akka hin daganne haa beekanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, akka isaan si sodaatanu godhi; nama foon uffate te'uu isaanii akka beekanu godhi.