Psalms 9:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja atini d'uftu, nyaapi kiyya dudda duubati deebie, lafa d'ae raawata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni tiyya hennaa uf duuba deebi'an; gufatanii afoo keetii badan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti kiyya gara duubaa yennaa deebi'anu, isaan gufatanee fuula keeti duraa badan.