Psalms 9:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapa keenna yayu hobaasani; atini dira worraale ya balleesite, deebiani maqa isale ind'awani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintonni baraa haga baraa badaniiran; qachoota isaaniillee diiddeerta; yaadannoon isaaniillee badeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinoti keenna haga bara baraa dhumataneeran. Qachooti gugurdaan isaanii badaneeran; Duufeyi isaaniille ijjumaa badeera.