Psalms 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi hayyu haga jiru jireenna tau. Inni barch'uma ufii ira tae dubbi nama qoruu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu baraa haga bara baraa teessoo ufii irra jira; teessoo ufii murti'iif jabeeffate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo haga bara baraa bulcha; inni mura'aaf, barcumaa mootumma'aa ka ifii jabeessee dhaabbateera.