Psalms 9:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni lafa ch'ufa qajeelumani fide, gosa ch'ufa d'ugaani mohata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni adunyaa balchumma'aan bulcha; banii maraafuu haqaan murteessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni balchumma'aan biyya lafaa hin bulcha; gosa biyya adda addaa haqaan bulcha.