Psalms 90:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka guyyaani keenna gabaaba nu garsiisi aka akasiini nu qaro taanu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Onnee ogummaa qabdu akka qabaannu; umurii keenna laakkayuu nu barsiisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qaroolee akka teenu, barri jiruu teennaa gabaabaa akka te'e akka beennu nu barsiisi.